Nasrumikailkabira kuma jiraachuu nifeena garuu dhibban hinguunnuu jireenya nyaataati malee takaahuu hin bulluu
Nasrumikail
nasrumikail
Nasrumikail
Kumnegar miti kanneen jiraachuun isaan barbaachisu nijiraatu kan hin barbaadde ni dhiisi kanuma
Who is your favorite historical figure?
Nasrumikail
Who is your favorite historical figure?Nasrumikail kabira Nasrumikail kiyyoo jireenyaatu kiyyoo abjuu caalaa nutti hammaate kanaaf miila miila deemuun foon barbaachisu nyaatu gurraa nubaasa kun imala guddinaati kanneen sodaa qaban hin hirmaatan!!!
Nasrumikail kabira kunoo guyyaan galee inniin eegaa jiru dhufee qaamaan nabiraa maaliin godha jedheen rakjadhu saba baldhaan qabaa
nasrumikailkabira himanii dhabnasn kanneen himuu baranaa wan human dhabanii maalhimuuf tolfatu kijibasn biyya diiganii ...
Nasrumikail kanneen Ethiopia keessatti dhalatanii abaaran eenyu?
Nasrumikail
How do you want to retire? Baga geessan Hordoftoota Amantii Islaama marti baga ayyaana Arafaan isin ga’e. IID MUBAARAK SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! MIIDIYAA @nasrumikail
Nasrumikail
Qbiyyeen jireenyaa uumaadhaan kan kenneme garuu dhalli namaa diqisiisee jireenya rabbiin siif late sirraa fudhachuu isaa waaqa dallansiisuu malee waaqa kan gammachiisu miti guyyaan dhumaa dhufuun hin oolu ni raawwatama #Nasrumikailkabira


You must be logged in to post a comment.