Nasrumikail

What is your favorite animal?

Lion… ⚫Kan gaa’ila godhate wal hiikuu kan barbaadu yoo ta’u kan hin godhatin immoo jaalatamuu barbaadu.

⚫Ijoolleen guddachuu kan barbaadan yoo ta’u, warri guddatan immoo deebi’anii ijoollee ta’uu barbaadu.

⚫Warri qacaraman yeroo bilisaa tokko tokko yoo barbaadan hoji dhabeeyyiin ammoo tasgabbii argachuu barbaadu.

⚫Isaan dargaggeessi warra isaanii wajjin wal-qunnamuu hin fedhan osoo maanguddoon warra isaanii arguuf waanuma fedhe kennuufi.

⚫Ummanni beekamaa ta’uu yoo barbaadan inni beekamaan immoo dhokachuu barbaadu.

🟠Akkasitti murtoo hin ariifatin, waan namoonni keessa jiran gonkumaa hin beektu waan ta’eef.

@nasrumikail

Discover more from Nasrumikail

Subscribe now to keep reading and get access to the full archive.

Continue reading

Design a site like this with WordPress.com
Get started